Oromia education bureau


Гео и язык канала: Узбекистан, Узбекский
Категория: Образование


1. OBN Education TV
Position 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency 11512
Polarization Vertical
Symbol rate 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat 8 West B
Frequency 12520
Polarization Vertical
Symbol rate:- 27500

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Узбекистан, Узбекский
Категория
Образование
Статистика
Фильтр публикаций




Beeksisa Barsiisotaa Ramdamanii NEW.pdf
28.6Мб
Biiroon Barnootaa Oromiyaa gaafa guyyaa 20/01/2017 beeksisa qacarrii Barsisoota barnoota appilaaydii baasun ni yaadatama

Haaluma kanaan dorgomtoonni calallii darbitan maqaa keessaan ilaala dha

Waliif #share godha


Ramaddiin Yunivarsitii ifoomee.

Barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootummaatti ramadamuuf qabxii darbiinsaa galmeessan yeroo ammaa irraa eegalee karaa liinkii armaan gadiitiin Yuunivarsitii itti ramadaman ilaaluu ni danda'u.

Ramaddii keessan ilaaluuf👇

Karaa Marsariitii👇
https://result.ethernet.edu.et

Bootii Telegiraamii👇
https://t.me/moestudentbot

Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa Yuunivarsitii akka #hin_fudhanne ibseera.

Yuunivarsitii itti ramadamtan irraa waamicha eeggachuun barnoota keessan itti fufu ni dandeettu jedhameera.


University kam akka isin gahu barbaaddu?




Start




Beeksisa
Barattoota Yunivarsiitii Galaniif
#Guyyaan_Filannoo_Dhaabbilee_Barnootaafi Barnoota Barachuu  barbaadanii #Dheerateera.

BBO- 30/01/2017 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa barattoota bara 2016 Qormaata Biyyoolessaa fudhachuun qabxii sagantaa idileefi sagantaa remedial'n .Yunivarsiitii galaniif guyyaa filannoo dhaabbata itti barataniifi barnoota barachuu barbaadan guutan hanga Fulbaana 30/2017 jechuun beeksisuun ni yaadatama.

Haata'u malee guyyaan gabaabbachuusaa ibsuun hanga #guyyaa_Roobii_06/02/2017 tti akka dheeratu fuula FB isaanii irratti beeksiseera.

Kanaafuu, Barattootni ulaagaa taa'e guuttan hanga Onkololeessa 06/2017 akka galmaa'uu dandeessan isin beeksifna.
https://t.me/sparkscirclebot/Circle?startapp=ref_3707962


https://t.me/sparkscirclebot/Circle?startapp=ref_3707962

Join me in Circle and try your luck to earn $CIRCLE tokens soon!
✴️ 100 sparks bonus for you.
✴️ 500 sparks bonus if you have Premium.


#placement

Bara 2016 qormaata kutaa 12ffaa qoramuun qabxii darbiinsaa barattoota galmeessaniif ministeerri barnootaa ramaddi Yuunivarsitiifi muummee hanga fulbaana 30/2017tti mana barnootaa keessanitti guutuu akka dandeessan beeksiseera.

Barattoonni yeroo ramaddii deeggarsa adda feetan karaa https://student.ethernet.edu.et iyyachuu akka danda’an ministeerichi beeksiseera.


Oromia education bureau:
Ministeerri barnoota akka beeksisetti qabxiin remedialii kan bara 2016
- dhiiraaf 204
-Dubaraaf 192 ta'uu beeksisee jira!





3.7k 0 18 16 34

Beeksisa Ariifachiisaa:
  Beeksisa qacarrii biiroon barnootaa Oromiyaa baaseen galmeen karaa Online ( https://tmis.oeb.gov.et ) kana irratti namoonni ulaagaa barbaadamu guuttaan galmaa'a jiraachuun keessan beekamadha. Haata'u malee email fi lakkoofsa bilbilaa jijjiiruun yeroo hedduu galmaa'a jirtu. kun immoo odeeffannicha qulqullinaan qabachuuf rakkisaa waan jiruuf yeroo tokkoo ol galmaa'uun akka hin danda'amne isin beeksfina.
https://tmis.oeb.gov.et

#share
    

5.3k 0 28 21 22

Start cuqaasaa❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️


https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000ZIAl

Farm TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai!

I've prepared a warm welcome meal just for you! 🍅

Use my link to get 50,000 TOMATO! Limited time offer.


#DV2026

Iyyanni Viizaa (DV) US Diversity (DV) bara 2026 har'a eegale jira.

Bara baajataa 2026'f carraa viizaa (DV) hanga kuma 55 ta’u qophaa'ee jira.

Iyyachuuf kaffaltiin hin barbaachisu.




Biyyoolessaa Qabxii Olaanaa Galmeessisan Badhaase.

BBO- 16/01/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessisan 71 bakka maatiifi keessummmootni adda addaa argamanitti badhaaseera.

Sagantaa Badhaasa Barattoota Qaxalee Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2016 Qabxii Olaanaa galmeessisan irratti haasawa kan taasisan hogganaa BBO Dr. Tolaa Bariisoo keessummootaan baga nagaan dhuftan jechuun kan jalqaban yoo ta'u, barattota qabxii olaanaa galmeessisaniin baga gammaddan jechuu haasawa taasisaniin qulqullina barnootaa mirkaneessuuf qaamni hunduu gahee isaa akka bahu waamicha taasisaniiru.
Akka BBOtti rakkoon gurguddoon qulqullina barnootaa ta'aniifi xiyyeeffannoo irratti hojjataa jiru keessaa
#Daa'imman barnootaaf qophaa'aan horachuuf nyaata dhiheessuu, #Dandeettii Barsiisaa fooyyessuu irratti hojjachuu, #Faasiliitii MB guutuu irratti hojjachuufi #Gahumsa hoggansa barnootaa fooyyessuu irratti hojjachuun rakkoo qulqullina batnootaa uumame hiikuun akka danda'amu Dr. Tolaan ibsaniiru.

Walumaa galatti, Barattoota qabxii 530fi ol galmeessisan 69f Meedaliyaa. Waraqaa Ragaa, Qarshii 20,000fi Laptop 1 akkasumas barattoota qabxii daran olaanaa galmeessisan 2f Meedaaliyaa. Waraqaa Ragaa. Qarshii 30,000 fi Laptop 1 tokko tokkoo isaanii yoo badhaafaman, Yunivarsiitiiwwan barattoota Manneen Barnootaa Addaa Addaa 100% , Manneen Barnootaa 90fi ol dabarsaniifis beekkamtiin kennamee jira.

Dhumarratti, Sadarkaa I/A Pirez. Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaapp Kilaastara Hawaasummaa obbo Saadaat Nashaa ergaa dabarsaniin dhaloota gahumsa qabu horachuuf hojii Mootummaan Naannoo Oromiyaafi Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojjataa jiru lammiin hunduu gahee isaa akka taphachuu qabu ibsaniiru.
https://t.me/Oromiaeducationbureauo
https://t.me/Oromiaeducationbureauo

Показано 19 последних публикаций.