KUSH SPORT HIGHLIGHTS AND GOAL


Channel's geo and language: Uzbekistan, Uzbek
Category: Sport



Channel's geo and language
Uzbekistan, Uzbek
Category
Sport
Statistics
Posts filter


Forward from: 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗻𝗰𝗵𝗲𝘀𝘁𝗲𝗿 𝗨𝗻𝗶𝘁𝗲𝗱
Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa bitaa Baarseloonaa Alejandro Baalde fudhachuuf gaaffii jijjiirraa kan dhiheesse yoo ta'u, yeroo ammaa deebii Baarseloonaa eeggachaa jira.

Adeemsi jijjiirraa kun itti fufuu fi dhiisuu isaa murteessuuf sa'aatiin itti aanan murteessaa ta'uu danda'a.

Mundo deportivo


🔻🔻🔻

📥 SHARE ➤ @Oro_maan_Yunaayitid
📥 SHARE ➤ @Oro_maan_Yunaayitid


Forward from: 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗻𝗰𝗵𝗲𝘀𝘁𝗲𝗿 𝗨𝗻𝗶𝘁𝗲𝗱
Kaarlos Baaleebaan shamizii lakkoofsa 20 fudhatee jira!

Saam C


🔻🔻🔻

📥 SHARE ➤ @Oro_maan_Yunaayitid
📥 SHARE ➤ @Oro_maan_Yunaayitid


Forward from: 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗻𝗰𝗵𝗲𝘀𝘁𝗲𝗿 𝗨𝗻𝗶𝘁𝗲𝗱
🚨Alehandro Baaldeen yoo Baarseloonaa gadi lakkisuuf hayyamameef fi gara Old Trafford deemuuf fedhii isaa ifatti argisiise, Maanchistar Yuunaayitid taphataa kana liqaan (waggaa tokkoo) fi booda immoo filannoo bitachuu qabuun mallatteessuu filata.

Baarseloonaan taphataa kanaaf gatii Yuuroo miiliyoona 30 hanga 40 jedhu kaa'eera.

[RobDawsonESPN | moillorens]


🔻🔻🔻

📥 SHARE ➤
@Oro_maan_Yunaayitid
📥 SHARE ➤
@Oro_maan_Yunaayitid


Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇


Oduu Ariifachiisaa ‼️

😱 Qabxiin Kutaa 12ffaa gad-dhiifameera ‼️

Qabxii keessan fuula Ministeera Barnootaa isaa dhugaa join godhuun ilaaluu dandeessu.


✅Grade 12

Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇


🚨Kutaa 12ffaa 🔥

Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Sobooslaaay

Nikastiil 2-2 Livarpuul


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goooliii wilooook


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Gakbooo

Liverpool 1-1 Niwukaastil


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Elaangaa

Niwkaastil 1-0 Livarpuul


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Guvardool

Siiitii 2-1 Barnmaawuz


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Guyiii

Siiitii 1-1 Barnmaawuz


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Bornimaawuz


Forward from: Oduu Spoortii
“ Roodrii nama birootiin bakka buufna ” Maareskaa

Leenjisaan Maanchister Siitii Enzoo Maareskaan Roodrii taphataa birootiin akka bakka buusan dubbataniiru.

Roodrii akkamitti bakka buufamuu danda'a? Gaaffii jedhuuf Maareskaan, “Roodrii biraa fiduudhaan” jedhanii deebisan.

“Roodrii yeroo Maanchister Siitii dhufe Baaloondoor, Chaampiyoonsi Liigii yookiin Waancaa Addunyaa hin moone, kanaaf Roodrii biraa barbaanna,” jedhan.

“Taphataan tokko gammachuu yoo dhabe, deemu danda'a,” kan jedhan Maareskaan, “sababiin isaas tasgabbii yoo dhabe gaarii hin taphatu,” jedhan.

Dorgommii waancaa ilaalchisee leenjisaan kun, “Amma waancaa irratti osoo hin taane, akkamitti dorgomuun akka nurra jiru irratti yaaduu qabna, sana booda kan uumamu ni ilaalla,” jedhan.

“Kilaboonni hedduun hanga daqiiqaa dhumaatti taphatoota koo hin gurguru jedhu, garuu yeroo cufamuu ga’u horii dabalataa argachuuf ni gurguru, kanaaf dhiphachaa hin jiru,” Maareskaa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
@oduuspoortiif
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ 
@oduuspoortiif


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Haavertiiz


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Saakaa

Arsenaal 2-0 Koovenatriy Siitii


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Haavertiiz

Arsenaal 1-0 Koovenatriy Siitii


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Arsenal vs Coventry 🥶


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Goolii Odegaard

Arsenaal 3-0 maan siitii

20 last posts shown.