Waraana Masaanuu | Dhaddacha 46 - Lakkofsa iyyannoo 91
Maqaan koo M.K jedhama. Maa shaa ALLAAH, hojii akkaan hawaasa fayyadu hojjataa jirtan, Rabbiin isinirraa haa jaalatu. Iyyannoon tiyya akka asii gadii kana. Ani eega karaa halaalaatiin bultii jaarradhee waggaa tokko guutee jira. Alhamdulillaah, Abbaan manaa koo nama gaariidha. Haalaan na jaalata. Kab...