OGUMMAA JIREENYAA⏱
√ Nama gudda ta'i.
√ Toftaa waa ittin hojjettuu yeroo yerootti geeddari .
√ Waa hunda tuttuquu irra tokkotti jabaadhu .
√ Dubbii dhisuu akka qabdu beeki.
√ Ciminnii kee maal akka ta'ee beeki.
√ Jaalala namootaa gonfachuuf yaalii godhii.
√ Abshaala ta'ii garuu sadarkaakee beekii.
√ Jibbaa keetiif daangaa tolchi.
√ Eenyummaan kee bilchina ati qabduun madaalama.
√ Nama hoojii ijibbaatuuf ogeessa ta'i.
√ Obsa qabadhu.
√ Dhimmaa kee tasgabbiin rawwadhu.
√ Dinoota keettii fayyadamuu beekii.
√ Kopha fayyaa ta'uurra .hunduma wajjiin maraachuu wayya.
√ Waan tokkoo gadii fageenyaan ilaali.
√ Nama dinqisifachuu bari.
@harmee_academy
#Dhalootaan_Dhalootaaf_Dhaabbate