Amni Kureeth 'otaa itti fufee jira. Amna kaayyoo kheenya shanaffaa irratti Sheekha gameessa Sochii da'waa afaan Oromoo keessatti bu'ura jalqabaa khaaye, kan hanga ammaatti arraata isaa mi'aawaan da'watti jiru. Sheekha aja'ibaa Sheekh Abdurazzaaq wajjiin turra.
Sagantaan teenya Kitaaba beekamaa Sheekh Ibraahiim As Sakraaniin qopheesse kan 'الماجريات' ja'u Irratti hundooyti. Kitaabicha bu'ura godhachuun sagantaa jireenya kheenyaaf faayidaa nuuf qabaattu bareedduu qopheesina in shaa Allah
December 21 guyyaa Sabtii galgala [Platformii: Kureeth Institute] irratti #Live_Stream 'dhaan yeroo bareedduu wajjiin dabarsina. Namuu hirmaachuu dandeessan.
@Kureeth