﷽✍😭
Mee obsaan dubiisaa Yaa Oboleesawan Muslima #sher_gotuu_malee_biiraa_hiin__dabriin zJk
Seenaa Akka malee Nama Boochistu😭😭Dubbistan Malee Bira Hin kuutinaa
Namichi yahuudaa Sooriyaa
Tahe Tokko Kitaaba Amantii
Isaanii Osoo Dubbisu Maqaa
♻️Nabi Muhammad ♥️ﷺ♥️
Kitaaba Isaanii Keessatti Arga
Namichis Maqaa Kana Waan Hin
Jaalanneef Maqaa Nabiyyii ♥️ﷺ ♥️
Kitaba Dubbisaa Jiru
Kana Irraa Haqa😭
Guyyaa Itti Aanu Kitsaaba Kana
Irra Deebi'ee yommuu Dubbisu
Maqaan Nabi Muhammad ♥️ﷺ♥ Inni Haqee Turee
Bakkuma Duraa Sanitti Deebi'ee
Arga😭
Ammas Irra Deebi'ee Maqaa
Isaanii Kana Haqa
Haa Tahuu Garuu Namichi
yahuudaa Kun Guyyaa 3 ffaas
yommuu Kitaaba Kana Banu
Maqaan Nabi Muhaammad ♥️ﷺ♥ Bakkuuma Sanitti Deebi'ee Arga
Waan Isa Mudate Kanaan
Ajaa'ibsiifatee " Wanti Kun
Mallattoo Ergamaa dhugaa Tahe
Ergamuu Isaa Ibsu Tahuu Hin
Oolu "
jechuun yaaduu Eegala
Kana Booda Namichi yeroo Isaa
Osoo Hin qisaasin Nabi Muhammadiin ♥️ﷺ♥
Ilaaluuf Gara Madiinatti Ka'e
Madiinaa yommuu Gahu Namni
Naannoo Sanaa Inni Beekhu
Tokkollee Waan Hin Jirreef
Balbala Masjiida
♻️ Nabi Muhammaditti ♥️ﷺ♥
dhihaatee dhaabate
Sahaabaa Nabiyyii Kan Tahan
Aanas 《R.A》 Gara Masjiidaa
yommuu dhufan Namicha
yahuudaa Kana Argan
Namichis Nabiyyii ♥️ﷺ♥
Bira Akka Isa Fidu Isaan Gaafate
Aanas Namicha yahuudaa Kana
qabeenii Gara Masjiidaan Seene
Hundi Isaaniituu Gadda Olaanaa
Ta'een Liqimfamanii jiru
Teessoo Walitti qabaa Wal-gahii
Fuuldura Ummataa Kaa'amee jiru
Iddoo Nabiyyi ♥️ﷺ♥
Irratti Abubakar Assiddiiq 《R.A》 Taa'anii jiru
Namichichi yahuudaa Nama
Teessoo Irra Kan Taa'ee jiru
Abubakariin
♻️Nabi Muhammad ♥️S=a=w♥️
Tahuu Hin Ooluu
jechuun GaraIsaanitti dhihaatee "
yaa Kabajaamoo Ergama Rabbii !!
Hanga Asiitti Kan dhufeef Nagaya
Isiin Irratti qara'uuf Barbaadeetiin
" jechuun Dubbate
yeroo Kana Ummatni Masjiida
Keessa Ture Hundi Booyuu
Eegale 😭😭😭😭😭
Namichi Bitaa Itti Tahee " Ani
Keessummaa yahuudaa Biyyaa
Biroo Irraa dhufe dha
Rabbii Gabbaruun Akkam Akka
Tahe Hin Beeku yoo Tarii Waan
Hin Barbaachifne Dubbadhee
Jiraadhe Ani Hin Beeku Cal'isuun
qabaa Ture
Maaltu Isiin Boochise ?? "
jechuun Gaaffate
Iddoo Sana Kan Turan Umar 《R.A》 Ati Humaa Nu Gooteti miti
Kan Booyneef Nabi Muhammad《ﷺ》♥ Eega Boqotanii
Torbaan Dabree jira😭😭😭😭😭
Maqaa Isaanii Kaaftee yommuu
Dubbattu dhugeenyee Gaddi Akka
Haarayatti Onnee Keenya
Guuteetiin Boonye Isaan jedhan
Namichi yommuu Kana dhaga'u
Miiraa Gaddaatiin qalbiin Isaa
Cabxee Dafee Ufirratti Gadi Ta'e
Hamma Danda'een Miira Isaa
Gadi qabatee Eega Of-
Tasgabbeesse Booda " Amma
Waan Tokko qofa Akka Naaf
Gootan Barbaada
yoo Danda'ama Tahe Maaloo
Uffata Isaanii Naaf Keenna
Ija Kootiin Isaan Argu Dadhabus
yoo Xinnaate Uffata Isaanii Haa
Fudhadhu jechuun Kadhate
Umaris 《R.A》 Kana Godhuu
Kan Dadeessu Faaximaa qofa
Akka Taate Ibsan
Aliyyi 《R.A》 yeroo kanatti
Faaximaan Eenyuu Iyyuu
Dubbisuu Akka Hiin Barbaadne
Himan
Haa Tahuu Garuu Hundi Isaanii
Walitti qabamanii Mana Faaximaa
Deemuun Balbala dhadhawan
dhimma Itti dhufaniif Faaximatti
Himan
Faaximaan Radiyallahu Anhaa
Nabiyyiin ♥️《ﷺ》♥️Du'uu
Isaaniitiin Dura Waan Tokko
Dubbatanii Turan
Namni Ana jaalatuu Fii Namni
Gaarii Tahe Tokko Biyya Fagoo
Irraa Ana Barbaacha Hanga Mana
Kootti dhufa
Haa Tahuu Garuu Namni Kun Ana
Lubbuun Na Hin Argatu
Kanaaf Kennaa Ana Irraa Isaaf
Kenname Tahuu Ibsuudhaan
Amaamaakoo Kan Daseewwan
Haalluu Garagaraa qaban Irraa
Tolfame Kana Isaaf kennaafii
maqaa kootiinis Bareechaatiin Isa
Keessummeessaa !! Jechuun
Dubbatanii Turan jette😭
Faaximaan Dubbatte
Namichi yahuudaa Kun
Ammaamaa Nabiyyii ♥️《ﷺ》♥️ Kana Eega Fudhatee Booda
Morma Isaa Irra Kaawwate
Islaamummaa Eega Fudhatee
Booda Iddoo qabrii Nabiyyi Akka
Isatti Agarsiisan Gaaffate
qabrii Nabiyyii ♥️《ﷺ》♥ Ija
Isaatiin Ilaale Hafuurri Xumuraa
Isaa Kan Gara Keessatti Ol
Fudhatu Iddoo Kanatti Tahe
Adduniyaa Tanarraa Du 'aan
Godaane
Innaa Lillaahi Waa Innaa Ileyhi
Raaji'uun😭😭😭😭
Mee Eenyu Online Kan jiru Kan
Nabiyyi Irratti Salawaata Buusu
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Khara Jaalalleewwaan Rabbii
Irraa Deemanirra Nuha Ofuu` Amiiiiiiiiin Yaa Allahaa
#Sher__walif___godhaa__wall___yadachiisaa
T.me/ummii_tube